Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen, ogeessi guddina ogummaa Tiyaatiraa Itoophiyaa keessatti shoora olaanaa taphatan Artiist Dabbabaa Isheetuun lubbuun darbuutti gaddi itti dhagahamuu ibsan.
Maatiifi firoottan akkasumas dinqisiifattoota isaaniif jajjabina hawwaniiru.