Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebee Ayyaana Iid Alfaxiir waggaa 1446ffaa bor kabajamee oolu sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsaniiru.
Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebee Ayyaana Iid Alfaxiir waggaa 1446ffaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsan
