Komishinichi Qaammee 1/2017 lammiilee Itoophiyaa fi dhalattoota Itoophiyaa Kaanaadaa jiraatan irraa ajandaa walitti qaba

You are currently viewing Komishinichi Qaammee 1/2017 lammiilee Itoophiyaa fi dhalattoota Itoophiyaa Kaanaadaa jiraatan irraa ajandaa walitti qaba

‎AMN PLUS- Hagayya 27/2017

‎Komishiniin Marii Biyyaalessaa Itoophiyaa Sanbata dhufu, Qaammee 1/ 2017 lammiilee Itoophiyaa fi dhalattoota Itiyoophiyaa Kaanaadaa jiraatan irraa ajandaa akka walitti qabu beeksiseera.

‎Komishinichi kanaan dura lammiileen Itoophiyaa fi dhalattoonni Itoophiyaa naannoo sana jiraatan ajandaa isaanii akka qindeeffatan waamicha dhiyeessee ture.

‎Sagantaa ajandaa walitti qabuu kun Qaammee 1/2017 Kanaadaa magaalaa Toroontootti gaggeeffamu kana irratti lammiileen Itoophiyaa fi dhalattoonni Itoophiyaa naannoo sana jiraatan hundi akka hirmaatan waamicha dhiyeessuu isaa komishinichi ibsa Addis Miidiyaa Neetworkiif ergeen beeksiseera.

0 Reviews ( 0 out of 0 )

Write a Review

Leave a Reply