AMN PLUS- Hagayya 05/2017
Koreen Qindeessituu Guyyaa Saboota, Sablammootaa fi Ummatoota Itiyoophiyaa 20ffaa bakka Af-yaa’iin Mana Maree Federeeshinii Obbo Aganyaw Tashaagar Argamanitti karoora ijoo ayyaanichaa irratti mari’ate.
Karoorri ijoofi dhaadannoon kabaja guyyichaa marii kanaan ni raggaasifama jedhamee eegama.
Marii kana irratti af-yaa’oonni naannolee hunda, koreewwan dhaabbii Mana Maree Federeeshinii, Ministirootaa fi Deetaan Ministiroota argamaniiru.
Maaree Qaaxootiin