Maanchistar Yuunaayitid galii riikaardii ta’e argate

You are currently viewing Maanchistar Yuunaayitid galii riikaardii ta’e argate

AMN PLUS-Fulbaana 07/2018

Bara walmorkii 2024/25 gabatee liigichaa sadarkaa 15 ffaan kan xumure Yuunaatid galiin garuu kilaboota galii guddaa argatan 4 kessaa tokko ta’eera.

Akka.gabaasa ‘Delot sport ‘titti Maanchistar Yuunaayitid galii kilabichaaf haaraa ta’e,Paawondii miliyoona 666.5 argateera.

Hirmaannaa waltajjii Awurooppaan ala kan ta’eefi liigicha keessatti jalqabbii bara morkii raafamaa irratti kan argamu Maanchistar Yuunaatid galiin garuu Pitimeerliigiidha Maanchistar Siitii qofatu isa caala.

Riyaal Maadirid Paawondii mil.883 1ffaa,Maanchistar Siitiin mil.708 2ffaa fi Shaampiyoonaan Awurooppaa PSG’Paawondii mil.681itti aana.

Misikkir Alamaayyootiin

0 Reviews ( 0 out of 0 )

Write a Review

Leave a Reply