Manni Maree Bakka Bu’oota ummataa baga ayyaana du’aa ka’uu geessan jechuun ergaa dabarseera.
Hordoftoota amantaa kiristaanaa hundaan baga ayyaana du’aa ka’uu Iyyasuus Kiristoosiin isin gahe jedhe manni marichaa ergaa fuula marsariitii isaarratti dabarseen.
Ayyaanicha dhiifamaafi araaraan kabajuu qabna.
Ayyaanichi kan nagaa, jaalalaa fi gammachuu akka ta’u manni marichaa hawweera.