Manni Maree Federeeshinii hordoftoota Amantii kiristaanaaf ergaa baga geessanii dabarse

You are currently viewing Manni Maree Federeeshinii hordoftoota Amantii kiristaanaaf ergaa baga geessanii dabarse

AMN PLUS – Ebla 11/2017

Manni Maree Federeeshinii hordoftoota Amantii kiristaanaaf ergaa baga geessanii dabarse

Manni marichaa ergaa fuula marsariitii isaarratti dabarseen hordoftoonni amantaa kiristaanaa ayyaana du’aa ka’uu wayita kabajan aadaa walgargaarsaa cimsuun lammiilee harka qalleeyyii gargaaruun akka irraa eegamu dhaameera.

0 Reviews ( 0 out of 0 )

Write a Review

Leave a Reply