AMN PLUS- Caamsaa 14/2017
Ministirri muummee Abiyyi Ahimad (Dr.) fi giifti dureen Zinnaash Taayyaachoo jila hooggantoota olaanoo waliin ta’uun daawwannaa hojiif Fraansi Paariis dhaqaniiru.
Daawwannaasaanii kanaanis Pireezidaantii Firaansi Imaanu’eel Maakroon waliin ni mari’atu jedhamee akka eegamu Waajjira Ministira Muummee irraa odeeffanne.