Ministirri Muummee Abiyyi Ahimad (Dr.) fi Giiftii Duree Zinnaash Taayyaachoo daawwannaan booda sagantaa maaddii qooduu qopheessuun ergaa jiraattota keenyaaf dabarsaniif maqaakootiifi maqaa jiraattota keenyaan galateeffachuun barbaada.
Ayyaana Gaarii !!
Kantiibaa Adaanech Abeebee