Ministirri Muummee Abiyyi Ahimad (Dr.) Karoora keenyaa ol milkeessuu ni dandeenya jedhan

You are currently viewing Ministirri Muummee Abiyyi Ahimad (Dr.) Karoora keenyaa ol milkeessuu ni dandeenya jedhan

AMN PLUS- Adoolessa 24/2017

Minisitirri Muummee Abiyyi Ahimad (Dr.) sagantaa guyyaa tokkotti biqiltoota miiliyoona 700 dhaabuuf karoorfame magaalaa Jimmaatti kan eegalchiisan yoo ta’u, haala amma jiruun karoora keenyaa ol milkeessuun ni danda’am jedhan.

Ragaa amma jiruun biqiltoot miiliyoona 500 akka dhaabame kan himan Ministirri Muummee, ammas hawaasni ciminaan akka dhaaban waamicha dhiyeessaniiru.

Dursanii kan dhaaban irra deebiin akka dhaaban, akkasumas kan hin dhaabne ammoo akka dhaaban waamicha dhiyeessaniiru.

0 Reviews ( 0 out of 0 )

Write a Review

Leave a Reply