Ministirri Muummee Abiyyi Ahimad (Dr) Ministira Muummee Itilii waliin mari’atan

You are currently viewing Ministirri Muummee Abiyyi Ahimad (Dr) Ministira Muummee Itilii waliin mari’atan

AMN PLUS Caamsaa 18/2017

Ministirri Muummee Abiyyi Ahimad (Dr) ergaa karaa miidiyaa hawaasummaa isaaniin dabarsaniin har’a Ministira Muummee Itilii Joorjiyaa Meelonii waliin Room Pilaazaa Chiigiitti wal agarree mari’anneerra jedhan.

Mariin keenyas hariiroo biyyoota lamaanii cimsuun carraawwan Investimantii haaraafi qindoomina dinagdee akkaataa uumuun danda’amurratti kan xiyyeeffateedha jedhan.

Hariiroo biyyoota lamaanii jaarraa dheeraa lakkoofsise dameewwan garagaraan caalmaatti cimsuuf kutannoo qabnu irra deebiin mirkaneessineerra jedhan.

0 Reviews ( 0 out of 0 )

Write a Review

Leave a Reply