Ministirri Muummee Abiyyi Ahimad (Dr) Poop Liyoo 14ffaa waliin Vaatikaanitti mari’atan

You are currently viewing Ministirri Muummee Abiyyi Ahimad (Dr) Poop Liyoo 14ffaa waliin Vaatikaanitti mari’atan

AMN PLUS Caamsaa 18/2017

Ministirri Muummee Abiyyi Ahimad(Dr) dursaa amantaa Kaatoliik Poop Liyoo 14ffaa waliin Vaatikaanitti mari’ataniiru.

Ministirri Muummee Abiyyi Ahimad (Dr) ergaa karaa miidiyaa hawaasummaa isaaniin dabarsaniin Poop Liyoo 14ffaan har’a Vaatikaanitti nu simataniiru jedhan.

Mariin keenyas dhimma qaamolee lamaaniifi dhimma waloorratti kan xiyyeeffate yoo ta’u ejjennoo waloo nageenya addunyaaf qabnu irratti mari’anneerra jedhan.

Barnoota dhaqqabamaa gochuun akka barbaachisu mari’achuun walii galtee waloo qabanneerra jedhan.

0 Reviews ( 0 out of 0 )

Write a Review

Leave a Reply