Ministirri Muummee Abiyyi Ahmad (Dr.) Jeneraala Raayyaa Ittisaa Ameerikaa waliin mari’atan.

You are currently viewing Ministirri Muummee Abiyyi Ahmad (Dr.) Jeneraala Raayyaa Ittisaa Ameerikaa waliin mari’atan.

AMN PLU-Waxabajjii 13,2017

Ministirri Muummee Abiyyi Ahmad (Dr.) dhimmoota biyyoota lamaanii haala naannawaafi fedhii waloo irratti Ajajaa Damee Galaanaa Ameerikaa fi ‘AFRICOM’ Jeneraal Maayikel Laaniglii waliin mari’achuu ergaa karaa fuula miidiyaa hawaasaasaanii dabarsaniin ibsan.

0 Reviews ( 0 out of 0 )

Write a Review

Leave a Reply