Haaluma kanaan,

1ffaa. Iyyoob Takkaallinyi (Dr.)-Bulchaa Baankii Biyyaalessaa

2ffaa. Aadde Innaataalam Mallasa- Sadarka Ministiratti Hoggantuu Tajaajila Komunikeeshinii Mootummaa taasisuun muuduu isaanii odeeffannoon Waajjira Ministira Muummee irraa argame ni ibsa.