Ministirri Muummee Ittaanaa Obbo Tamasgeen Xurunee Godina Jimmaa Aanaa Maannaatti hojiiwwan misoomaa gara garaa daawwatan

You are currently viewing Ministirri Muummee Ittaanaa Obbo Tamasgeen Xurunee Godina Jimmaa Aanaa Maannaatti hojiiwwan misoomaa gara garaa daawwatan

AMN PLUS Waxabajjii 10/2017

Ministirri Muummee Ittaanaa Obbo Tamasgeen Xurunee Godina Jimmaa Aanaa Maannaatti hojiiwwan misoomaa gara garaa daawwataniiru.

Daawwannaa isaaniitiin Aannaa Maannaa gandoolee gara garaatti hojiiwwan misooma gara garaa keessaayyuu inisheetiivii damee misooma baala shaayee dabalatee muuzii sanyii fooyya’aa akkasumas misooma kooridarii baadiyyaa daawwataniiru.

Hojiin akka Godina Jimmaatti misooma baala shaayee irratti hojjetamaa jiru kan jajjabeeffamuufi muuxannoon kan irraa horatamu ta’uu Obbo Tamasgeen dubbataniiru.

Daawwannaa kanarratti Pirezidaantii Ittaanaa Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Awwaluu Abdii dabalatee hoggantoonni mootummaa olaanoon hirmaataniiru.

0 Reviews ( 0 out of 0 )

Write a Review

Leave a Reply