Ministirri Muummee Itti Aanaa Obbo Tamasgeen Xurunaa Istaadiyeemii Idil Addunyaa Bahaar Daaritti biqiltuu dhaaban

You are currently viewing Ministirri Muummee Itti Aanaa Obbo Tamasgeen Xurunaa Istaadiyeemii Idil Addunyaa Bahaar Daaritti biqiltuu dhaaban

AMN PLUS- Adoolessa 14/2017

Ministirri Muummee Itti Aanaa Obbo Tamasgeen Xurunaa Istaadiyeemii Idil Addunyaa Bahaar Daaritti sagantaa ashaaraa bara kanaan biqiltuu dhaabaniiru.

Obbo Tamasgeen fuula marsaa hawaasa isaanitiin erga dabarsaniin adeemsa dhaabuun bayyanchuu irra jirra, har’a Istaadiyeemii Idil Addunyaa Bahaar Daaritti dhaloota dhufu biyya magariituu dhaalchisuuf dargaggoota, Hoggantoota olaanoo naannichaa fi bulchiinsa Magaalaa Bahaar Daar waliin ta’uun ashaaraa magariisa keenyeerra jedhan.

Hojiin ashaaraa magariisaa akka biyyaatti madda midhaginaa fi dinagdee dabalataa ta’a jennee karoorfannee hojjenne bu’aan isaa mul’achaa jira jedhan

Hojii ashaaraa magariisaa akka biyyaatti hojjetamaa jiru ciminaan akka itti fufu Ministirri Muummee Itti Aanaa Obbo Tamasgeen ergaa dabarsaniiru.

0 Reviews ( 0 out of 0 )

Write a Review

Leave a Reply