AMN- Bitootessa 11/2017
Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa yaa’ii idileesaa bakka Ministirri Muummee Dr Abiyyi Ahimad argamanitti taa’aa jira.
Miseensonni mana marichaas gabaasa raawwii hojii mootummaa Federaalaa ji’oota jahaa bara 2017 irraa ka’uun yaadaafi gaaffiiwwan gara garaa kaasaa jiru.
Ministirri Muummee Dr Abiyyi Ahimadis yaadaafi gaaffiiwwan miseensota mana maree irraa ka’aniif deebiifi ibsa ni kennu jedhamee eegama.