Misoomni qarqara laggeenii, Finfinneef boqonnaa seenaa haaraa kan baneedha- Obbo Tamasgeen Xurunaa

You are currently viewing Misoomni qarqara laggeenii, Finfinneef boqonnaa seenaa haaraa kan baneedha- Obbo Tamasgeen Xurunaa

AMN PLUS- Hagayya 03/2017

Misoomni kooriidariifi qarqara laggeenii, Finfinneef boqonnaa haaraa kan banan ta’uu Itti Aanaan Ministira Muummee FDRI Obbo Tamasgeen Xurunaa himan.

Misoomni bal’aan adeemsifamaa jiran kunniin, misiraachoo olka’iinsa Itoophiyaa kan himan ta’uus Obbo Tamasgeen miidiyaa hawaasummaa isaaniin ibsaniiru.

Magaalonni sadarkaa isaanii eeggatan, ammayyummaa biyyaa, madaala uumamaa, olka’iinsa yaadama hawaasaafi misoomni waliigalaa kan irraa dubbifaman ta’uus eeran.

“Finfinneen hirree jabaa ijoolleesheen misoomaa, ifaajii jiraattotasheen iftee miidhagaa, haga maqaashee gahaa jirti” jedhaniiru.

0 Reviews ( 0 out of 0 )

Write a Review

Leave a Reply