MM Abiyyi Ahimad Daayirektara Ejensii Anniisaa Atoomikii Addunyaa waliin mari’atan

You are currently viewing MM Abiyyi Ahimad Daayirektara Ejensii Anniisaa Atoomikii Addunyaa waliin mari’atan

AMN PLUS-Fulbaana 15/2018

Ministirri Muummee FDRI Abiyyi Ahimad (PhD) Daayirektara Olaanaa Anniisaa Atoomikii Idil Addunyaa Raafaa’eel Maariyaanoo Giroosii waliin mari’ataniiru.

Dooktar Abiyyi Ahimad yaa’ii Atoomikii Idil Addunyaa Raashiyaatti gaggeeffamaa jiru cinaatti maricha gaggeessuun ibsameera.

0 Reviews ( 0 out of 0 )

Write a Review

Leave a Reply