MM Abiyyi Ahimad (Dr) Dura Taa’aa Gamtaa Afrikaa Jo’aawoo Looreenchoo waliin mari’atan

You are currently viewing MM Abiyyi Ahimad (Dr) Dura Taa’aa Gamtaa Afrikaa Jo’aawoo Looreenchoo waliin mari’atan

AMN PLUS- Qaammee 2/2017

Ministirri Muummee FDRI Abiyyi Ahimad (Dr) Yaa’ii Jijjiirama Qilleensaa Afriikaan cinatti Dura Taa’aa Gamtaa Afriikaa Yerichaa kan ta’an Pirezidaantii Angoolaa Jo’aawoo Looreenchoo waliin mari’ataniiru.

Dr. Abiyyi “‎Ejjennoon Afrikaa irratti qabu ammallee cimaadha” jedhaniiru.

Dureewwan lameen fedhii waloo irratti hundaa’uun dhimmoota biyyoota lamaanii fi naannawaa irratti akka mari’atan ibsan.

‎Misooma ardii irratti ejjennoon isaanii ammallee cimaa ta’uu beeksisaniiru.

0 Reviews ( 0 out of 0 )

Write a Review

Leave a Reply