MM Abiyyi Ahimad Pireezidaantii Beelaaruus waliin mari’atan

You are currently viewing MM Abiyyi Ahimad Pireezidaantii Beelaaruus waliin mari’atan

AMN PLUS – Fulbaana 15/2018

Ministirri Muummee FDRI Abiyyi Ahimad (PhD) Pireezidaantii Beelaaruus Aleksaandar Lukaasheenkoo waliin dhimmoota garlameefi idil-addunyaarratti marii’ataniiru.

Foramii Atoomikii Idil-addunyaa cinaatti Pireezidaanti Aleksaandar Lukaasheenkoo waliin dhimmoota garlameefi idil-addunyaa irratti marii’anneerra jedhan Dooktar Abiyyi fuula miidiyaa hawaasummaa isaaniin.

Keessaayyuu makaanaayizeeshinii qonnaa dabalatee dhimmoota invastimeentii garaagaraa irratti haala itti waliin hojjechuun danda’amurratti mari’achuu kaasan.

0 Reviews ( 0 out of 0 )

Write a Review

Leave a Reply