Ogeeyyiin miidiyaa Godina Baaleetti hojiilee misoomaa daawwwtaa jiru

You are currently viewing Ogeeyyiin miidiyaa Godina Baaleetti hojiilee misoomaa daawwwtaa jiru

AMN PLUS Caamsaa 21/2017

Ogeeyyiin miidiyaa Godina Baaleefi Magaalaa Roobeetti argamuun hojiilee misoomaa garagaraa daawwataniiru.

Ogeeyyiin kunneen Ijaarsa pirojektii bishaan dhugaatii Magaalaa Roobee Xumuramaa jiru daawwataniiru.

Hooggantuun Biiroo Bishaaniifi Inarjii Oromiyaa Injiinar Miiliyoon Baqqalaa pirojektiin birrii Miiliyoona 600 fi Miiliyoona 80 oliin ijaaramaa jiru ummata kuma 100 fi kuma 40 oli bishaan akka obaasu himaniiru.

Pirojektiin xumuramaa jiru kun gandoota Bulchiinsa Magaalaa Roobeefi naannawaashee 27 fayyadamoo taasisas jedhaniiru.

Bulchaa Nagaraatu gabaase

0 Reviews ( 0 out of 0 )

Write a Review

Leave a Reply