Oromiyaatti Qormaanni Kutaa 8ffaa Waxabajjii 3 – 5/ 2017 akka kennamu Biiroon Barnoota Oromiyaa beeksise

You are currently viewing Oromiyaatti Qormaanni Kutaa 8ffaa Waxabajjii 3 – 5/ 2017 akka kennamu Biiroon Barnoota Oromiyaa beeksise

AMN PLUS – Ebla 20/ 2017

Qormaanni kutaa 6ffaa fi 8ffaa sadarkaa Naannoo Oromiyaatti kennamu baatii Caamsaa fi Waxabajjiitti walduraa duubaan kan kennamu ta’uu Biiroon Barnootaa Oromiyaa beeksiseera.

Qormaanni kutaa 6ffaa caamsaa 26 -27/ 2017 kan kennamu yoo ta’uu, kan kutaa 8ffaa immoo Waxabajjii 3 – 5/ 2017 kan kennamu ta’uu Biirichi beeksiseera.

Barsisonnii fi maatiin milkaa’ina qormaatichaatiif deeggarsa barbaachisu kennuu akka qaban waamicha dabarsuusaa BBO irraa odeeffanne.

0 Reviews ( 0 out of 0 )

Write a Review

Leave a Reply