Bu’aa siyaasaa yeroo gabaabaa caalaa invaastimantii yeroo dheeraatiin dhaloota ijaaruun murteessaadha- MM Abiyyi Ahimad (PhD)
AMN PLUS – Waxabajjii 30/2018 Ministirri Muummee Abiyyi Ahimad (PhD) walga'ii idilee 30ffaa bara hojii 5ffaa Mana Maree Bakka Bu'oota Uummataa irratti argamuun ibsa kennanin damee barnootaatiin milkaa’inoonni seena qabeessa…