Pirezidaanti Taayyeen xalayaa Muudamaa Ambaasaaddaroota biyyoota 14 simatan

You are currently viewing Pirezidaanti Taayyeen xalayaa Muudamaa Ambaasaaddaroota biyyoota 14 simatan

AMN PLUS- Onkoloolessa 04/2018

Pirezidaantiin FDRI Taayyee Atsiqasillaaseen xalayaa Muudamaa Ambaasaaddaroota Ijipt, Muritaaniyaa, Kaanaadaa, Kaazaakistaan, Vaatikaan, Baangilaadiish, Sarbiyaa, Siwiidin, Indooneezhiyaa, Liigii Arabaa, Siwiizarlaandi, Hangaarii, Sanmaariinoofi Turkimenistaan irraa Masaraa Mootummaatti simataniiru.

0 Reviews ( 0 out of 0 )

Write a Review

Leave a Reply