Pirezidaantii Itti Aantuun Kolombiyaa Finfinnee dhufan

You are currently viewing Pirezidaantii Itti Aantuun Kolombiyaa Finfinnee dhufan

AMN PLUS – Hagayya 19/2017

Pirezidaantii Itti Aantuun Kolombiyaa Firaansiis Elenaa Maarkeez jila olaanaa biyya isaanii dursuun Finfinnee dhufan.

Jilichi daawwannaa hojii ifaa taasisuuf Buufata Xiyyaaraa Idil Addunyaa Boolee yeroo gahu Ministira Fayyaa Dr. Maqdas Dhaabaafi Deetaa Ministeera Dhimma Alaa Ambaasaaddar Biraanuu Tsaggaayeen simatameera.

Firaansiis Elenaan turtii Finfinneetti taasisaniin hoggantoota olaanoo hojii mootummaa waliin marii ni taasisuun eegama. Fooramiin Biizinasii Itiyoo-Kolombiyaas boru Finfinneetti akka taa’amu himameera.

0 Reviews ( 0 out of 0 )

Write a Review

Leave a Reply