Yaa’iiJijjiirama qabeenya qilleensaa fi Yaa’ii Afrikaa- Kaariibiyaan Magaalaa Finfinneetti gaggeeffamaniif qophiin barbaachiisu taasifameera jedhe Poolisiin Federaalaa .
Haaluma kanaan Yaa’ichi karaa nagaan akka gaggeeffamuuf jalqabaa hanga xumuraatti eegumsi nageenyaa teekinooloojii ammayyaan deeggarame ni taasifama jedheera.