Quba Qabduu?

You are currently viewing Quba Qabduu?

‎AMN PLUS- Onkoloolessa 5/2018

‎Kaffaltootni gibiraa kanaan dura osoo Waraaqaa Eenyummaa Dijitaalaa Faayidaa hin qabaatin Lakkoofsa Kaffaltii Gibiraa (TIN) qabdan, lakkoofsa Kaffaltii gibiraa keessan, Faayidaa wajjin wal qabsiisuu barbaadduu?

‎Akkas taanaan kanaan booda qaamaan dhaquun isin irraa hin eegamu.

‎Link armaan gadii kana cuqaasuun qofa lakkoofsa Kaffaltii gibiraa keessan Faayidaa (Waraqaa Eenyummaa Biyyaalessaa) keessan wajjin wal qabsiisuu dandeessu.

https://mor-migration.fayda.et

‎Kana wal qabsiisuun;

‎- Gibira yoo kaffaltan yeroo keessan qusattu

‎- Tajaajiloota Online’n kennaman salphaa akka ta’aniif akka waliin hin dhahamne gargaara

‎Hubadhaa;

‎Nageenyummaan odeeffannoo dhuunfaa keessanii harka keessan waan jiruuf lakkoofsa addaa faayidaa (FIN) tajaajiloota galiiwwaniin kennamaniif rakkoo tokko malee qooduu dandeessu.

0 Reviews ( 0 out of 0 )

Write a Review

Leave a Reply