Moosaajiin karaa dijitaalaan qabeenya uumamaafi bineensota bosonaa teeknooloojiidhaan to’achuuf dandeessisu misoomuun ibsame

AMN PLUS - Waxabajjii 26/2018 AbbaanTaayitaa Eegumsa Bosonaafi Bineensota Bosonaa Itoophiyaa Inistitiyuutii Ispees Saayinsii fi Gi'oospaashaalii waliin ta'uun Mosaajii "Interactive Web platform" fi Atlaasii dahoowwan Bosonaafi Bineensota Bosonaa eegumsaaf adda…

Continue ReadingMoosaajiin karaa dijitaalaan qabeenya uumamaafi bineensota bosonaa teeknooloojiidhaan to’achuuf dandeessisu misoomuun ibsame

Itoophiyaan sirna teeknoloojii haaraa odeeffannoo sobaafi haasaa jibbiinsaatti adaba godhu ifoomsite

‎AMN PLUS - Ebla 23/2018 ‎Odeeffannoowwan miidiyaalee adda addarraa bahan to'achuufi odeeffannoo qabatamaa ta'uu isaanii adda baasuuf kan dandeessisuu sirni teeknoloojii to'annoofi bulchiinsa miidiyaalee qindaa'aan tumsa Inistitiyuutii Hubannoo Nam-tolcheefi Abbaa…

Continue ReadingItoophiyaan sirna teeknoloojii haaraa odeeffannoo sobaafi haasaa jibbiinsaatti adaba godhu ifoomsite

Daa’imman teeknoloojitti akka malee madaquun bu’aa moo miidhaa qaba? Gaheen maatii maal tahuu qaba? Saayinsiin maal jedha?

AMN PLUS - Ebla 19/2018 Yeroo ammaa hariiroo daa’immaniifi meeshaalee elektirooniksii jidduutti gar-malee dabalaa dhufe maatii yaaddoo olaanaafi rakkoo xiinsammuuf saaxilaa akka jiru hubatameera. Dhimma Seeraafi Hawaasummaa irratti tajaajila gorsaa…

Continue ReadingDaa’imman teeknoloojitti akka malee madaquun bu’aa moo miidhaa qaba? Gaheen maatii maal tahuu qaba? Saayinsiin maal jedha?

Beekumsi, waa’ee rakkoo irra deddeebi’anii dubbachuu osoo hin taane, rakkoof furmaata maddisiisuudha – Kantiibaa Adaanech Abeebee

AMN PLUS- Ebla 16/2018 Agarsiisa Hojii Kalaqa Saayinsii Magaalaa 11ffaa “Dhaloota Saayinsii fi Kalaqaan Gahoome Biyya Fakkeenyummaa Qabduuf” mata-duree jedhuun eegalchiisuu Kantibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebee himan. Kaayyoon ijoon…

Continue ReadingBeekumsi, waa’ee rakkoo irra deddeebi’anii dubbachuu osoo hin taane, rakkoof furmaata maddisiisuudha – Kantiibaa Adaanech Abeebee

Tajaajila Geejjibaa Magaalaa Finfinnee Teeknoloojiin Ammayyeessuu Hojjetamaa jira- Biiroo Geejjibaa Finfinnee

AMN PLUS - Bitootessa 02/2018 Biiroon Geejjibaa Magaalaa Finfinnee tajaajila geejjibaa magaalaa haala itti fufiinsa qabuun ammayyeessuuf hanqinoota gama bu’uuraalee misoomaatiin mul’atan guutuuf hojiiwwan riifoormii bal’aa hojjechaa jiraachuu beeksise. Biirichi…

Continue ReadingTajaajila Geejjibaa Magaalaa Finfinnee Teeknoloojiin Ammayyeessuu Hojjetamaa jira- Biiroo Geejjibaa Finfinnee

Qaamoleen Odeeffannoo Dogoggoraafi Haasaa Jibbiinsaan Burjajjii Uuman Gocha Isaanirraa Of-Qusachuu Akka Qaban Ibsame

AMN PLUS - Bitootessa 02/2018 Abbaan Taayitaa Miidiyaalee Itoophiyaa Kaampaanii Meettaa (Meta) waliin ta’uun leenjii gaazexeessitoota miidiyaa dijiitaalaaf kenneen “yeroo filannootti odeeffannoowwan dogoggoraafi haasaawwan jibbiinsaa toora miidiyaalee hawaasaan akka hin…

Continue ReadingQaamoleen Odeeffannoo Dogoggoraafi Haasaa Jibbiinsaan Burjajjii Uuman Gocha Isaanirraa Of-Qusachuu Akka Qaban Ibsame

Tajaajila Geejjibaa Magaalaa Finfinnee Teeknoloojiin Ammayyeessuu Hojjetamaa jira- Biiroo Geejjibaa Finfinnee

AMN PLUS - Bitootessa 02/2018 Biiroon Geejjibaa Magaalaa Finfinnee tajaajila geejjibaa magaalaa haala itti fufiinsa qabuun ammayyeessuuf hanqinoota gama bu’uuraalee misoomaatiin mul’atan guutuuf hojiiwwan riifoormii bal’aa hojjechaa jiraachuu beeksise. Biirichi…

Continue ReadingTajaajila Geejjibaa Magaalaa Finfinnee Teeknoloojiin Ammayyeessuu Hojjetamaa jira- Biiroo Geejjibaa Finfinnee

‘Google’ Afaan Oromoo Dabalatee Afaanota Biroo 13 Tajaajila Odeeffannoo Barbaaduu AI’tti Guddisuu Beeksise ‎

AMN PLUS- Bitootessa 01/2018 ‎'Google' Afaanota Afrikaa AI'n odeeffannoo barbaaadan Afaan Oromoo dabalatee gara 13’tti ol guddiseera. ‎Afaanota ‘google’ Hubannoo Nam-tolchee (AI) isaatti dabale Afaanota Itoophiyaa keessaa Afaan Oromoo, Afaan…

Continue Reading‘Google’ Afaan Oromoo Dabalatee Afaanota Biroo 13 Tajaajila Odeeffannoo Barbaaduu AI’tti Guddisuu Beeksise ‎

Bulchiinsi Nageenya Odeeffannoo Biyyaalessaa haleellaawwan miidiyaa hawaasummaa “Whats App” irratti taasifamu ilaalchisee ibsa of-eeggaannoo kenne

AMN PLUS- Guraandhala 20/2018 Bulchiinsi Nageenya Odeeffannoo Biyyaalessaa haleellaawwan miidiyaa hawaasummaa “Whats App” irratti taasifamaa jiru ilaalchisee ibsa kenneen adeemsa Filannoo Marsaa 7ffaa sababeeffachuun, pilaatifoormicharratti haleellaan saayibarii raawwatamaa jiraachuu xiinxalootni…

Continue ReadingBulchiinsi Nageenya Odeeffannoo Biyyaalessaa haleellaawwan miidiyaa hawaasummaa “Whats App” irratti taasifamu ilaalchisee ibsa of-eeggaannoo kenne