Waloomni iccitii birmadummaati- Aadde Sa’aadaa Abduramaan

You are currently viewing Waloomni iccitii birmadummaati- Aadde Sa’aadaa Abduramaan

‎AMN PLUS- Qaammee 2/2017

‎Qaammeen 2 Guyyaan Waloomaa sadarkaa Naannoo Oromiyaatti Magaalaa Shaashamanneetti sirnoota garaa garaan kabajamaa jira

‎Af-Yaa’iin Caffee Mootummaa Naannoo Oromiyaa Aadde Sa’aadaa Abduramaan Itoophiyaan biyya sab-daneettii, af-daneettiifi seenaaf aadaa garaagaraa qabdu ta’uu eeruun “Biyya walooma gabbifachaa qormaata qolachuun har’a geessedha” jedhan.

‎Seenaan saboota, sablammootaafi ummattootaan galmaa’aa dhufe bu’aa waloomaa eeruun Itoophiyaaf waloomni iccitii guddummaafi birmadummaa ta’uu himuu isaanii odeeffannoon Komunikeeshinii Mootummaa Naannoo Oromiyaa irraa arganne ni mul’isa.

‎Qaammee 2 guyyaan Waloomaa, ergaa, “Heddumminni, Faaya Itoophiyaa” jedhuun bakka marattuu kabajamaa jira.

0 Reviews ( 0 out of 0 )

Write a Review

Leave a Reply