Yuunivarsiitiin Barnootaa Kotobee barattoota muummee garaa garaa barsiisaa ture eebbisiisa jira

You are currently viewing Yuunivarsiitiin Barnootaa Kotobee barattoota muummee garaa garaa barsiisaa ture eebbisiisa jira

AMN PLUS- Waxabajjii 15/207

‎Sirna eebbichaarratti Kantiiban Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebee, Pirezidaantin Yuunivarsiitii Barnootaa Kotobee Biraanamasqal Xannaa (Dr.), Hooggansi Yuunivarsiitichaafi maatiin barattootaa argamaniiru.

‎Yunivarsiitichi barattootni 1989 kan eebbisiisaa jiru yoo ta’u,kana keessaa dubartootni 900,dhiiroonni ammoo 1089 ta’uun ibsameera.

‎Barattoota kanneen keessaa 6 sadarkaa PhD’n akka eebbifaman ragaan Yuunivarsiiticharraa arganne ni mul’isa.

‎Sagantaan eebbaa kun, Yaaddannoo Injiffannoo Adawaatti adeemsifamaa jira.

‎Guddataa Ajjamaatu Gabaase

0 Reviews ( 0 out of 0 )

Write a Review

Leave a Reply