Yuunivarsiitiin Poolisii Itoophiyaa miseensota poolisii muummee barnoota garaagaraan barsiisaa ture eebbisiise

You are currently viewing Yuunivarsiitiin Poolisii Itoophiyaa miseensota poolisii muummee barnoota garaagaraan barsiisaa ture eebbisiise

AMN PLUS- Waxabajjii 14/2017

Yuunivarsiitiin Poolisii Itoophiyaa miseensota poolisii muummee barnoota garaagaraan barsiisaa ture guyyaa har’aa eebbisiiseera.

Yuunivarsiitiin Poolisii Itoophiyaa miseensota poolisii guutuu biyyaafi biyyoota oollaa irraa simatee muummee barnoota garaagaraan barsiisaa ture 1348 eebbisiiseera.

Sagantaa eebbaa adeemsifame irratti keessummootni kabajaa Pireezidaantii FDRI Taayyee Atsiqasillaasee dabalatee qondaaltootni hojii mootummaa olaanoo argamaniiru.

Sisaay Dirribaatu Gabaase

0 Reviews ( 0 out of 0 )

Write a Review

Leave a Reply