Vilaadmiir Puutiin daawwannaa hojiif Indiyaa jiru

You are currently viewing Vilaadmiir Puutiin daawwannaa hojiif Indiyaa jiru

AMN PLUS- Sadaasa 26/2018

Pirezidaantiin Raashiyaa Vilaadmiir Puutiin daawwannaa hojiif Indiyaa seenaniiru.

Mr. Putiin erga bara 2020tii yeroo jalqabaaf Niwu Delhii dhaquu himame.

Ministirri Muummee Indiyaa Neeraandraa Moodiin yeroo simataniin “hiriyaa koo arguutti hedduu gammadeera” jechuun michummaa Raashiyaa waliin barootaaf ture dinqisiifataniiru.

0 Reviews ( 0 out of 0 )

Write a Review

AmnAdmin

MAJOR ASCHIEVMENTS

Leave a Reply