Mul’ata teeknoloojii dijitaalaa facaafamee ija godhatee dhalootaaf beekumsa gudunfaa jiru

AMN PLUS- Bitootessa 23/2018 Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiyyi Ahimad Bitootessa 24 Bara 2010’tti Mootumma fi jijjiiramaa isaanii waliin yeroo aangootti dhufan, sanyiin teeknooloojii dijitaalaa facaafamee, aramamee, jala qotamee, kunuunfamee…

Continue ReadingMul’ata teeknoloojii dijitaalaa facaafamee ija godhatee dhalootaaf beekumsa gudunfaa jiru

Doonaald Tiraamp Giddu Gala Buufataa Iraan Odola Kaargi To’achuuf Karoora Qabaachuun Ibsame

AMN PLUS - Bitootessa 21/2018 Pireezidaantiin Ameerikaa Doonaald Tiraamp giddu gala kuusaa boba'aa Iraan Odola Kaargi to'achuuf karoora qabaachuu miidiyaaleen Idil Addunyaa gabaasaniiru. Tiraamp turtii 'Financial Times' waliin taasisaniin Ameerikaan…

Continue ReadingDoonaald Tiraamp Giddu Gala Buufataa Iraan Odola Kaargi To’achuuf Karoora Qabaachuun Ibsame

Itoophiyaan seenaa ishee keeessatti yeroo jalqabaaf taphootaafi Ispoortii Aadaa Afrikaa qopheessuuf filatamte

AMN PLUS - Bitootessa 21/2018 Itoophiyaan yeroo jalqabaaf Feestivaala guddaa (multi-event) taphootaafi ispoortii aadaa Afrikaa qopheessuuf filatamuun ibsameera. Konfedeereshiniin Taphootaafi Ispoortii Aadaa Afrikaa (ATSGC) gaaffii miseensummaa Federeeshinii Ispoortii Aadaa Itoophiyaa…

Continue ReadingItoophiyaan seenaa ishee keeessatti yeroo jalqabaaf taphootaafi Ispoortii Aadaa Afrikaa qopheessuuf filatamte

Festivaalli Sarkasii Jalqabaa Finfinnee Giddu Gala Konveenshinii Idil Addunyaa Addisitti Eegale

AMN PLUS - Bitootessa 21/2018 Biiroon Aadaafi Aartii Magaalaa Finfinneefi Waldaan Sarkasii Finfinnee mata duree 'Ogummaan Sarkasii Olka'iinsa Itoophiyaaf' jedhun kan qopheessan Festiivaala Wal dorgommii Sarkasii Jalqabaa Eegalchiisaniiru. Keessummaan kabajaa…

Continue ReadingFestivaalli Sarkasii Jalqabaa Finfinnee Giddu Gala Konveenshinii Idil Addunyaa Addisitti Eegale

Warraaqsa Sagalee Hin Qabne: Konkolaattota Elektirikaa

AMN PLUS - Bitootessa 21/2018 Atoobusootnifi taaksiiwwan elektrikaa haala kamiin kenniinsa tajaajila geejjibaa fooyyessaa jiru? Finfinneen haala geejjiba duubatti hafaa barootaaf ittiin beekamaa turte hedduu jijjiiraa jirti. Gaasiiwwan motoroota konkolaataawwan…

Continue ReadingWarraaqsa Sagalee Hin Qabne: Konkolaattota Elektirikaa

Waldaan Dargaggoota Finfinnee adeemsa galmee filannoo irratti hirmaannaa guddaa taasisaa jiraachuun ibsame

AMN PLUS - Bitootessa 21/2018 Waldaan Dargaggoota Finfinnee faayidaa waliigalaa dargaggootaa mirkaneessuufi ijaarsa sirna dimokraasii biyyaalessaa keessatti gahee isaanii akka ba’atan waamicha taasifameen, dargaggoonni magaalaa Finfinnee keessa jiran adeemsa galmee…

Continue ReadingWaldaan Dargaggoota Finfinnee adeemsa galmee filannoo irratti hirmaannaa guddaa taasisaa jiraachuun ibsame

Itoophiyaan geejjiba imala magariisaa konkolaataawwan elektrikaan ce’aa jiraachuu ‘Xinhuan’ gabaase

AMN PLUS - Bitootessa 21/2018 Konkolaataawwan elektirkaa modeela haaraa gara biyyaa seenan imala magariisaa Itoophiyaa ceesisuu keessatti gahee olaanaa kan qaban ta’uu ‘Xinhua’n gabaaseera. Konkolaataawwan elektrikaa modeela haaraa kunneen Kaampaanii…

Continue ReadingItoophiyaan geejjiba imala magariisaa konkolaataawwan elektrikaan ce’aa jiraachuu ‘Xinhuan’ gabaase

Itoophiyaan Bahaa Afrikaatti Carraa Invastimantii Filatamaa Qabdi – TRT Afrikaa

AMN PLUS - Bitootessa 21/2018 Itoophiyaan riifoormii fooyyessii dinagdee gooroo irratti taasifte hordofee ija abbootii qabeenyaa Idil Addunyaa hawwachaa itti fufteetti. Konfiraansii Invastimantii Idil Addunyaa tibbana Finfinneetti gaggeeffame dabalatee Itoophiyaan…

Continue ReadingItoophiyaan Bahaa Afrikaatti Carraa Invastimantii Filatamaa Qabdi – TRT Afrikaa

Laggeen Finfinnee akka malee faalamanii daawwachuufi fayyaaf rakkoo ta’an akkamiin gara miidhaginaatti jijjiiraman?

‎AMN PLUS - Bitootessa 22/2018 ‎Waggoota dheeraaf laggeen Finfinnee kuusaa balfaafi xurree keemikaalotni summaa’oon itti gadi lakkifaman turan ‎Kun yeroo dheeraaf magaalattii keessatti madda faalama qilleensaa ta'uun jiraattotaafi daawwattoota irraan…

Continue ReadingLaggeen Finfinnee akka malee faalamanii daawwachuufi fayyaaf rakkoo ta’an akkamiin gara miidhaginaatti jijjiiraman?