Shamarran Afrikaa Yaadannoo Injifannoo Adwaa daawwatan

You are currently viewing Shamarran Afrikaa Yaadannoo Injifannoo Adwaa daawwatan

AMN PLUS – Muddee 2/2018

Shamarran biyyoota Afrikaa adda addaa irraa dhufan Yaadannoo Injifannoo Adwaa, mallattoo bilisummaa uummata gurraachaa ta’e daawwataniiru.

Shamarran gara 70 miseensota Waldaa Dargaggoota Afrikaa yoo ta’an, walgahii ardiilee (ACC) shanaffaa irratti hirmaachuuf akka dhufan himameera.

0 Reviews ( 0 out of 0 )

Write a Review

AmnAdmin

MAJOR ASCHIEVMENTS

Leave a Reply