Jiraattotni Birbirsa Gooroo irraa jireenya fooyya’aaf gara Laaftoo deeman Paarkii Araadaa daawwatan

You are currently viewing Jiraattotni Birbirsa Gooroo irraa jireenya fooyya’aaf gara Laaftoo deeman Paarkii Araadaa daawwatan

AMN PLUS- Mudde 6/2018

Jiraattonni sababa misoomaaf naannawa Birbirsa Gooroo irraa jireenya fooyya’aaf gara Kutaa Magaalaa Nifaas Silk Laaftoo deeman gara araddaa duraaniitti deebi’uun Paarkii Araadaa daawwatan.

Tibbana Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen qe’ee jiraattota kanneeniitti argamuun haala jireenya isaanii daawwachuun bu’uuraalee misoomaa ispoortii gara garaa eebbisiisuun ni yaadatama.

Naannawaan jireenyasaani haala kanaan miidhaguun isaa akka isaan gammachiise himaniiru.

Paarkiin Araadaa lafa hektaara 42 irra kan buufate tajaajiloota ammayyaa hunda bakka tokkotti kan kennudha.

Yittaayyaal Axinaafuutu gabaase

0 Reviews ( 0 out of 0 )

Write a Review

AmnAdmin

MAJOR ASCHIEVMENTS

Leave a Reply