MM Abiyyi Ahimad Ministira Dhimma Alaa Jarmanii waliin mari’atan

You are currently viewing MM Abiyyi Ahimad Ministira Dhimma Alaa Jarmanii waliin mari’atan

AMN PLUS – Amajjii 14/2018

Ministirri Muummee Abiyyi Ahimad (PhD) Ministira Dhimma Alaa Jarmanii Johaan Waadefuulii waliin mari’achuu beeksisan.

Dooktar Abiyyi miidiyaa hawaasummaa isaaniin, “Itoophiyaa fi Jarmanii gidduu tumsa jiru caalmaan cimsuu haalota dandeessisan irratti mari’anneerra” jedhan.

0 Reviews ( 0 out of 0 )

Write a Review

AmnAdmin

MAJOR ASCHIEVMENTS

Leave a Reply