Hambaaleen Luusii fi Salaam Awurooppaatti daawwatamaa jiru
AMN PLUS- Hagayya 19/2017 Hambaaleen dhala namaa Luusii fi Salaam walakkaa Awurooppaa Rippabiliika Cheek magaalaa Praag keessatti har’a daawwatamuu eegalan. Baniinsa agarsiisa kanaarratti Ministirri Muummee Rippabiliika Cheek Piitar Fiyaalaa fi…