Fooramiin Xaanaa Bor Baahir Daaritti eegalama
AMN PLUS- Onkoloolessa 13/2018 Keessummootni biyyoota garaa garaa Fooramii Xaanaa bor eegalamu irratti hirmaachuuf Baahir Daar seenaa jiru. Anga'ootni Afrikaa fi qaamoleen qooda fudhattootaa dhimma nagaafi tasgabbii waaraa Fooramii Xaanaa…