Ministirri Muummee FDRI Abiyyi Ahimad (PhD) Yaa’ii Dureewwan Biyyoota COMESA 24ffaa irratti hirmaachuuf Keeniyaa Naayiroobii seenaniiru.
Dooktar Abiyyi wayita achi gahaanitti, Barreessaa Olaanaa Kaabinee Biyyatti Musaaliyaa Mudavaadiin simatamaniiru