Keessummootni Ameerikaafi Awustiraaliyaa irraa Fiigicha Guddichaaf dhufan Finfinnee daawwataa jiru

You are currently viewing Keessummootni Ameerikaafi Awustiraaliyaa irraa Fiigicha Guddichaaf dhufan Finfinnee daawwataa jiru

AMN PLUS-Sadaasa 11/2018

Keessummootni Ameerikaafi Awustiraaliyaa irraa Fiigicha Guddicha KM 10 Marsaa 25ffaa irratti hirmaachuuf dhufan hawwattoota tuurizimii garaa garaa Finfinnee keessatti argaman daawwachaa jiru.

Daawwannaa Finfinnee kana irratti Itoophiyaatti Amaasaaddarri Awustiraaliyaa argamuun Paarkii Tokkummaatti miidhagina uumamaafi hawwattoota seenaa garaa garaa waliin daawwatanii jiru.

Deetaan Ministiraa Ministeera Tuurizimii Silashii Girmaa keessummootaaf simannaa wayita taasisan, Itoophiyaan leecalloo tuurizimii hedduu kan qabduufi invastimantiif mijattuu ta’uu kaasaniiru.

Madda: Ministeera Tuurizimii

0 Reviews ( 0 out of 0 )

Write a Review

AmnAdmin

MAJOR ASCHIEVMENTS

Leave a Reply