MM Abiyyi Ahimad Walga’ii G-20 dursuun Siiriil Raamaafoosaa waliin mari’atan

You are currently viewing MM Abiyyi Ahimad Walga’ii G-20 dursuun Siiriil Raamaafoosaa waliin mari’atan

AMN PLUS- Sadaasa 13/2018

Ministirri Muummee FDRI Abiyyi Ahimad (PhD) Walga’ii biyyoota Garee 20 (G-20) dursuun waltajjii qophaa’erratti Pirezidaantii Afriikaa Kibbaa Siiriil Raamaafooosaa waliin mari’achuu himan.

Dr Abiyyi miidiyaa hawaasummaa isaaniin akka ibsanitti, yaa’iin biyyoota Garee 20 dachee Afrikaa irratti gaggeeffamuun isaa seena qabeessa akka ta’e himaniiru.

Marii Ramaafoosaa waliin taasisaniinis, yaa’icharratti haalota sagaleeniifi fedhiin waloo Afriikaa itti dhiyaaturratti mari’achuu eeran.

0 Reviews ( 0 out of 0 )

Write a Review

AmnAdmin

MAJOR ASCHIEVMENTS

Leave a Reply