Af-yaa’ii Agenyewu Tashaagar Booranaa dhaqan

You are currently viewing Af-yaa’ii Agenyewu Tashaagar Booranaa dhaqan

AMN PLUS- Sadaasa 21/2018

Af-yaa’iin Mana Maree Federeeshinii obbo Agenyewu Tashaagar daawwannaa hojiif Godina Booranaa dhaqan.

Godina Booranaa buufata xiyyaaraa Yaabelloo wayita gahanis qaamoleen hawaasaafi hoggantoonni godina Booranaa, argamuun simataniiru.

Obbo Agenyewu, Godinichatti hojiilee misoomaa gara garaa daawwachuun, ayyaana guyyaa Sabootaa, Sablammootaafi Ummattoota Itoophiyaa Marsaa 20ffaa akka naannoo Oromiyaatti boru magaalaa Bulee Horaatti kabajamurratti kan hirmaatan ta’uu Biiroon Kominikeeshinii Oromiyaa odeeffannoo nuun gaheen beeksiseera.

0 Reviews ( 0 out of 0 )

Write a Review

AmnAdmin

MAJOR ASCHIEVMENTS

Leave a Reply