Hoggantoonni Paartii Badhaadhinaa leenjii fudhataa turan xumuran pirojektoota magaalaa Finfinnee daawwataa jiru.
Liinjicha Paarkii Araadaatti kan jalqaban yoo ta’u misooma waggootii muraasaa as hojjetaman biroos ni daawwatu jedhamee eegama.
Leenjii Ilaalama Mootummaa Ida’amuu yaadrimeen leenji’uun hojii qabatamaa lafarra jiruus ilaalaa jiraachuu Riippoortarri keenya Mohaammadnuur Alii gabaaseera.