AMN PLUS – Amajjii 14/2018
Ministirri Muummee Abiyyi Ahimad (PhD) Ministira Dhimma Alaa Jarmanii Johaan Waadefuulii waliin mari’achuu beeksisan.
Dooktar Abiyyi miidiyaa hawaasummaa isaaniin, “Itoophiyaa fi Jarmanii gidduu tumsa jiru caalmaan cimsuu haalota dandeessisan irratti mari’anneerra” jedhan.