AMN PLUS- Guraandhala 8, 2017
Taphataa murteessaan Maanchester Yuunaayitid Amaad Diyaaloon miidhama koronyootiin baatiiwwan 3f dirreerra akka fagaatu himame.
Leenjisaa haaraa Roobiin Amiiroom jalatti taphataa murteessaa ta’uu kan agarsiise lammiin Kootdivu’aar kun, shaakala irratti miidhamuutu beekame.