Taphataa Alii Ahimad Istaadiyeemii Idil-addunyaa Adey Ababaa daawwate

‎AMN PLUS- Adoolessa 14/2018 Taphataan Garee Biyyaalessaa Kanaadaa maatii Itoophiyaa irraa dhalate Alii Ahimad, Istaadiyeemii Idil-addunyaa Adey Ababaa gara xumuraatti dhiyaate daawwate. Ministeera Aadaa fi Ispoortiitti Ministir Deetaa Misooma Ispoortii…

Continue ReadingTaphataa Alii Ahimad Istaadiyeemii Idil-addunyaa Adey Ababaa daawwate

Finfinneen waggoota shan darban keessatti bakkeewwan oolmaa isportii 2,582’tti ol guddisteetti- Kantiibaa Adaanech Abeebee

AMN PLUS - Adoolessa 05/2018 Bulchiinsi Magaalaa Finfinnee egereen biyyaa harka dargaggootaa ta'uu hubachuun dargaggoonni misooma hundagaleessa irratti hirmaataafi fayyadamaa akka ta'uuf hojjechaa akka jiru Kantiibaa Adaanech Abeebee ibsan. Aadde…

Continue ReadingFinfinneen waggoota shan darban keessatti bakkeewwan oolmaa isportii 2,582’tti ol guddisteetti- Kantiibaa Adaanech Abeebee

Fiigichi Dhaloota Moo’ataa AMN Sagalee Dhalootaa ta’uu isaaf agarsiiftuu tokkodha – Obbo Solomoon Dibaabaa

‎AMN PLUS - Waxabajjii 29/2018 ‎Addis Miidiyaa Neetwoorki qabiyyee odeeffannoo, barnootaafi bashannanaa hordoftoota isaaf filmaatilee garaagaraan shoora olaanaa bahachaa akka jiru Hoji Raawwachiisaa Olaanaan Addis Miidiyaa Neetwoorki Obbo Solomoon Dibaabaa…

Continue ReadingFiigichi Dhaloota Moo’ataa AMN Sagalee Dhalootaa ta’uu isaaf agarsiiftuu tokkodha – Obbo Solomoon Dibaabaa

Shubbisa xumuraa addunyaa kubbaa miilaa halkan walakkaa darbee sa’atii 8:00 irraa eegalu – Ronaaldoo vs Moodirich

AMN PLUS - Waxabajjii 26/2018 Imala daqiiqaa 90 hanga 120 tokko deebisee manatti galchu, isa biroo ammoo kabajaan achi dabarsu, dhimmichi dhimma Poorchugaaliifi Kirooshiyaa duuba ajandaa guddaa kan Kiristaanoo Ronaaldoo…

Continue ReadingShubbisa xumuraa addunyaa kubbaa miilaa halkan walakkaa darbee sa’atii 8:00 irraa eegalu – Ronaaldoo vs Moodirich

Waggaa 65ffaa Ashaaraa Miila Duwwaa: Atileetii Angafaa Kumaalaa Baashaa Waamii Birraatuu

AMN PLUS- Waxabajjii 19/2018 Sagantaan injifannoo Atileetii Kumaalaa Baashaa Waamii Birraatuu waggoota 65 dura biyya Jaappaan, magaalaa Osakaatti miila duwwaatiin fiiguudhaan galmeessisan yaadachuuf qophaa’e Hooteela Haayilee Giraanditti gaggeeffame. Sagantaa kanarratti…

Continue ReadingWaggaa 65ffaa Ashaaraa Miila Duwwaa: Atileetii Angafaa Kumaalaa Baashaa Waamii Birraatuu

Istaadiyeemii Hanga Paarlaamaatti: Mallattoo Bidiruu Oofuu Warra Noorwey Ija Addunyaa Harkise

AMN PLUS- Waxabajjii 16/2018 Barri Vaayikiingii jaarraa 8ffaa hanga 11ffaatti yeroo Noorwey akka naannootti addunyaarratti beekamtii ol’aanaa argatte fi ijaarama mootummaa ishee jalqabdedha. Isaan ijaarsa bidiruu fi oofuu galaanaa irratti…

Continue ReadingIstaadiyeemii Hanga Paarlaamaatti: Mallattoo Bidiruu Oofuu Warra Noorwey Ija Addunyaa Harkise

Poolisiin Finfinnee hojii nageenya kabachiisuu cinaatti ispoorteessitoota kabaja biyyaa olkaasan horachaa jira

AMN PLUS - Waxabajjii 05/2018 Qajeelchi waliigalaa Poolisii Finfinnee hojii nageenya kabachiisuu itti kennamee cinaatti ispoorteessitoota kabaja biyyaa addunyaarratti ol kaasan horachaa jiraachuu Ajajaan olaanaa Qajeelchichaa Leetaanal Jeneraal Asraat Deeneeroo…

Continue ReadingPoolisiin Finfinnee hojii nageenya kabachiisuu cinaatti ispoorteessitoota kabaja biyyaa olkaasan horachaa jira

Maatii harka qalleeyyiirraa kaampii godaantootaa keessatti dhalate, asuma hidda dhaloota isaan Sudaan Kibbaati, tapha waancaa addunyaa 2026 irratti mul’achuuf deema! Inni eenyu?

AMN PLUS – Waxabajjii 05/2018 Hireen ilma namaa ganamuma gaariis hamtuus qabdi. Tokko maatii dureeyyiirraa, inni biroo ammoo harka qalleeyyii irraa dhalata. Kana yoo jennu kanneen maatii qabeenyi isaanii giddu…

Continue ReadingMaatii harka qalleeyyiirraa kaampii godaantootaa keessatti dhalate, asuma hidda dhaloota isaan Sudaan Kibbaati, tapha waancaa addunyaa 2026 irratti mul’achuuf deema! Inni eenyu?

Taphattoota dargaggoota Waancaa Addunyaa 2026 irratti dandeettii ajaa’ibaa qaban ni agarsiisuun eegaman

AMN PLUS - Waxabajjii 03/2018 Waancaan Addunyaa qopheessummaa Ameerikaa, Meeksikoofi Kanaadaan gaggeeffamu eegaluuf guyyaa tokko qofaatu hafe. Seenaa keessatti yeroo jalqabaaf biyyoota 48 kan hirmaachiisu taphichi waliigalaan taphattoota 1,248'f carraa…

Continue ReadingTaphattoota dargaggoota Waancaa Addunyaa 2026 irratti dandeettii ajaa’ibaa qaban ni agarsiisuun eegaman

Asamohaa Jiyaan yeroo argitan maaltu sammuutti isin dhufa? Taphataa Afriikaa Waancaa Addunyaa irratti goolii hedduu lakkoofsise moo bara 2010 taphataa Uraagaayi irratti rukuttaa adabbii fashaleesse yaadattu?

AMN PLUS- Waxabajjii 03/2018 Mootota Dirree Addunyaa: taphattoota Afriikaa Waancaa Addunyaa irratti goolii hedduu lakkoofsisan yeroo kaasnu taphattootni Lixa Afriikaa warreen hangafaati. Yeroo Waancaan Addunyaa FIFA 2026 eegalamu, seenaa kubbaa…

Continue ReadingAsamohaa Jiyaan yeroo argitan maaltu sammuutti isin dhufa? Taphataa Afriikaa Waancaa Addunyaa irratti goolii hedduu lakkoofsise moo bara 2010 taphataa Uraagaayi irratti rukuttaa adabbii fashaleesse yaadattu?