Magaalaa Shaggaritti agarsiisni Baazaar fi Egzibishinii Oomisha qonnaa torbee tokkoof turu eegalame

You are currently viewing Magaalaa Shaggaritti agarsiisni Baazaar fi Egzibishinii Oomisha qonnaa torbee tokkoof turu eegalame

AMN – Eebla 04/2017

Magaalaa Shaggaritti agarsiisni Baazaar fi Egzibishinii Oomisha qonnaa kutaalee Magaalaa hunda keessatti torbee tokkoof turu eegalameera.

Agarsiisa Baazaarii fi Egzibishinii Oomisha Qonnaa kanas hogganaan Biroo Misooma Magaalaa fi Manneen Oromiyaa Obbo Mohammad Guyyeefi hooggantoonni magaalichaa eegalchiisuu isaanii kominikeeshinii magaalichaarraa odeeffanne.

0 Reviews ( 0 out of 0 )

Write a Review

Leave a Reply