Guyyaan Yaadannoo Fannoo Iyyasuus kiristoos Magaalaa Finfinnee mana Amantaa Kaatedraala Kaateediriyaala Lidataa Maariyaamitti sirnoota garaagaan yaadatamaa Jira

You are currently viewing Guyyaan Yaadannoo Fannoo Iyyasuus kiristoos Magaalaa Finfinnee mana Amantaa Kaatedraala Kaateediriyaala Lidataa Maariyaamitti sirnoota garaagaan yaadatamaa Jira

AMN PLUS- Ebila 10/2017

Guyyaan Yaadannoo Fannoo Iyyasuus kiristoos Magaalaa Finfinnee mana Amantaa Kaatolikii Kaateediriyaala Lidataatti sirnoota garaagaan yaadatamaa Jira

Sirna yaaddanno ayyaana Kanaa irratti Phaaphaasiin Mana Amantaa Kaatolikii Eebbifamoo Kardinaal Biraaneyasuus Suraafel argamaniiru.

Guyyaan Yaadannoo Fannifamuu Iyyasuus kiristoos Ayyaanni Faasikaa kabajamuuf guyyaan tokko yeroo hafutti Iyyasuus kiristoos ilma namaa fayyisuuf jechaa gidiraa argan yaadachaa, sooma, sagada, kadhannaa fi sirnoota adda addaan kan kabajamuudha.

Sisaay Dirribaatu Gabaase.

0 Reviews ( 0 out of 0 )

Write a Review

Leave a Reply