Jijjiiramaan booda damee fayyaatiif xiyyeeffannoo olaanaa kennameen bu’aaleen jajjabeessaan argamuu Hogganaan Biiroo Fayyaa Magaalaa Finfinnee Dr. Yohaannis Caalaa ibsan

You are currently viewing Jijjiiramaan booda damee fayyaatiif xiyyeeffannoo olaanaa kennameen bu’aaleen jajjabeessaan argamuu Hogganaan Biiroo Fayyaa Magaalaa Finfinnee Dr. Yohaannis Caalaa ibsan

AMN PLUS Caamsaa 12/2017

Mariin Ogeessota Fayyaa Kutaa Magaalaa Eekkaa keessaa walitti babahan hirmaachise mata duree “Fayyaa Waaraa Badhaadhina Biyyaaf” jedhuun ta’aamaa jira.

Waltajjii marii kanarratti barreeffamni ka’umsa marii qormaata biyyattiin keessa dabarte, milkaa’inoota biyyattiin gama siyaasaa, hawaasummaa, fi diinagdeetiin waggoota 7n darban keessatti galmeessite, akkasumaas kallattii egeree biyyattii of keessaa qabu mariidhaaf dhiyaateera.

Mahaammad Toofiqiin

0 Reviews ( 0 out of 0 )

Write a Review

Leave a Reply